Forex

Forex Maal Dha? – Qajeelfama Jalqabaa Afaan Oromootiin

Forex Maal Dha? – Qajeelfama Jalqabaa Afaan Oromootiin

AlifXperience

Author

June 21, 2025
1 min read
39 views
Share
Loading sponsor...
Loading sponsor...

Baga nagaan dhuftan!

Forex, yookiin daldala jijjiirraa maallaqaa biyyoota addunyaa, hojii bu’aa guddaa qabuufi namoonni hedduun irraa galii argataa jiran keessaa tokko dha. Blog kana keessatti, namoota Afaan Oromoo dubbatan gargaaruuf, hubannoo bu’uuraa fi gorsa sirrii isiniif dhiheessina. Forex maal akka ta’e, akkamitti akka itti jalqabdan, akkasumas haala itti daldaltan irratti odeeffannoo salphaa fi hubatamaa isiniif dhiheessina.

Loading sponsor...

Daldalli forex gatii maallaqaa biyyoota garaagaraa irratti bu’uura. Fakkenyaaf, yeroo tokko tokko Dollari Ameerikaa gatiin isaa yeroo ol ka’uu ykn gadi bu’u qaba. Daldaltoonni kana irratti hirmaatan, gatii jijjiiramaa irraa bu’aa argachuuf deemu. Haa ta’u malee, bu’aa argachuuf barnoota, muuxannoo, fi qajeelfama cimaa barbaachisa. Kanaaf, warri reef jalqabaa irra jirtan, hubannoo sirrii argachuun murteessaa dha.

Ammas, daldaltoota Afaan Oromoo gargaaruuf, nuti signal daldalaa fi xiinxala yeroo yerootti kennuu jalqabneerra. Isin ammoo Facebook page keenya hordofuun, gorsa guyyaa guyyaa daldala forex argachuuf carraa qabaattu. Barnoota dabalataa, muuxannoo fi deeggarsa yeroo hundaa isiniif kennuuf qophiidha. Akkasumas, warreen account banachuu barbaaddan Exness fi Fusion Markets akka filannoo sirrii ta’an ni amanna, sababni isaas deeggarsa gaarii fi haala mijataa qaban waan taheef.

Also Read

Qajeelfama: Daldala forex, Exness irratti

Qajeelfama: Daldala forex, Exness irratti

Loading sponsor...

Haa ta’u malee, forex daldaluun carraa bu’aa guddaa qabaatus, balaa of keessaa qaba. Kanaaf, hubannoo, murannoo fi gocha sirrii waliin daldaluu qabna. Nuti Alifu fi gareen keenya, Afaan Oromootiin akka hubattan isin gargaarra. Mee blog keenyas hordofaa, Toorri Facebook keenyaas akka isiniif bu’a qabeessa ta’u ni taasifna. Yeroo gaarii!!

Loading sponsor...
Forex
Share

Comments (0)

No comments yet. Be the first!

Leave a Comment

More from this category

Loading sponsor...